Sanyii Nagaasaa maqaa yeroo WBO keessa turan ... keessa mootummaan Naannoo Oromiyaa "Qondaaltota Waraana Bilisummaa Oromoo (WBO) waliin waliigalteen araaraa mallatteessine" ibse.
Deebii Obbo Sanyii: Barfachuu barfateera. Wanti isin asirratti hubachuu qabdan, qabsoon kunerga eegalee har'a waggaa 51 lakkoofsiseera. Kana keessatti uummatni Oromoo wareegama hedduu kaffale ...