Sanyiin simbirrootaa gariin aannisa qusachuuf jecha walitti dhiyaatanii balali'u. Xiyyaarrotis mala kana fayyadamuun boba'aa qusachuu danda'u. Jalqaba bara 1500 keessa artistiin bara Reenesaansii ...