Siidaan qabsaa'ota Qeerroo, siidaan qabsaa'ota dhugaa ... Masaraa mootummaa keessatti ummata Oromoo arrabsuun, abaaruun ummata keenya dallansiisee jira. Akkasumas, ejjennoon ministira muummee ...
Qabbannee: 'Qeerroo fi qarreen anaafi kanneen biroof balbala nuuf bananii jiru' Yeroos kitaaba Oromoo Dimookiraasii jedhu nama shan taanee barreessuuf erga waliigallee booda, Dr Asmaroom Laggasa ...