Finfinnee Kutaa Bulchiinsa Lidetaa, Aanaa Ja'a kessatti damee Baankii Dadalaa Itoophiyaa naannawaa Addabaabaayii Kaarlitti argamutti namni tokko namoota lama ajjeesee ofis galaafachuu Poolisiin ...