Paaspoortiin haaraan ifa ta’e paaspoortii lammiilee idilee ammaan dura diimaatti dhihaatu ture gara cuquliisaatti kan jijiiree fi abaaboo birraa ofirraa kan qabudha.